John 17:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jiruu bara baraa jechuun si Waaqa tokkocha dhugaamessaa fi Yesuus Kiristoosii ati ergite beekiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle jireenni hegeri kana: aka atini Waaqa tokocha d'uga si beekhani, Yeso Kristole ka atini ergite beekhani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee jireennii barabaraa kana, akka atin Waaqaa tokkocha dhugaa si beekanii, Yesus Kiristollee ka atin ergite beekan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ati Waaqa dhuga'aa taatee fi Yesuus Kiristoosiinillee akka ergite akka beekaniif tun jireenna bara baraati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka ati Waaqa dhuga'aa taatee fi Yesuus Kiristoosiinillee akka ergite akka beekaniif tun jireenna bara baraa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jireenni bara baraa'llee si qofa, ati qoftti Waaqa dhuga'aatii fi Yesus Kristosii ergite'llee, beeku'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jiruu bara baraa jechuun si Waaqa tokkocha dhugaamessaa fi Yesuus Kiristoosii ati ergite beekiisa.