John 17:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abba'a! Ulfinnuma adoo biyyi lafaa hin dadamin dura ani si biratti qabu san, ammma ifi biratti anaaf kenni.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Aabbo, amma tana guddinna naa kenni, guddinna nu ato lafti inuumamiini woliini qamnu suni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ee'ee Aabboo, ulfinna nu adoo laftii hinuumamin waliin qamnu sun, ammatana naa kenni!”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee Abbaa kiyya! ulfinna uduu adunyaan hin uumaminiin duratti si biraa qabuun ati uf biratti na kabajji!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee Abbaa kiyya ulfinna uduu adunyaan hin uumaminiin duratti si biraa qabuun ati uf biratti na kabajji!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa Abbaa! biyyi lafaa uduu hin uumaminiin duranatti, ulfinna si woliin ni qaba tureen, amma'llee ufi biratti ana kabaji.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abba'a! Ulfinnuma adoo biyyi lafaa hin dadamin dura ani si biratti qabu san, amma ifi biratti naaf kenni.