John 17:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Biyya lafaa keessaa worra ati anaaf keenniteef maqaa keeti beessiseera. Isaan keetiiyyu, ati ammoo anaaf kennite. Isaan jecha keeti eegataneeran;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maqa kanke nama atini lafa keesa naa kennite ya agarsiise. Worri qara namuma keti, atileeni ya worra naa kennite. Worri dubbi tante la guute,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin maqaa kankee nama atin lafa keessaa naa kennite ya beessiise. Warrii qaraa namuma keeti, atilleen ya warra naa kennitee, warriilleen dubbii tantee la guute,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namoota adunyaa irratti naa kennite biratti maqaa kee ibseera. Worra kee turan; ati naa kennite. Isaanillee dubbii kee eeganiiran;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Namoota adunyaa irratti naa kennite biratti maqaa kee ibseera. Worra kee turan, ati naa kennite. Isaanillee dubbii kee eeganiiran;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Biyya lafaa keessaa filttee namoota naa kenniteef, eennummaa kee isaanitti mulidhisee jira, isaan kee ni turan, ati'llee isaan anaaf ni kennite, isaan'llee dubbii kee eeganii jiran,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Biyya lafaa keessaa worra ati naaf kenniteef maqaa keeti beessiseera. Isaan keetiiyyu, ati ammoo naaf kennite. Isaan jecha keeti eegataneeran;