John 17:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
amma isaan wonni ati anaaf kennite maraa si biraa akka dhutte beekaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
amma waan atini naa kennite ch'ufa, aka isiini gara keti baatu, ya baratani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
amma waan atin naa kennite cufaa, akka isiin gara keeti baatu, ya baratan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka naa kennite maruu si irraa akka ta'e amma hin beekan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka naa kennite maruu sirraa akka ta'e amma hin beekan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka naa kennite marrinuu si irraa akka ta'e, isaan amma beekanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
amma isaan wonni ati naaf kennite maraa si biraa akka dhutte beekaneeran.