John 17:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jecha ati anaaf kennite ani isaaniif kenneera; isaanille fudhataneeran; akka ani si biraa dhufe dhugumaan beekaneeran; akka ati na ergitelle dhugeeffataneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dubbi atini naa kennite yayu worraa kenne, worrileeni yayu fud'ate; aka anini gara keti bahe worri ya aka isiini d'uga beekhe, ammalle aka atini na ergite yayu d'ugefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dubbii atin naa kennite cufaa yaayyuu warraa kenne; warriilleen yaayyuu fudhatee, akka anin gara keetii dhufeellee akka isiin dhugaa beekee, ammallee akka atin na ergiteellee dhugeeffate.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii naa kennite isaanii kenneera; isaanillee fudhataniiran; akka si biraa dhufe dhugamaan beekaniiran; akka ati na ergitellee amananiiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbii naa kennite waan isaanii kenneera; isaanillee fudhataniiran; si biraallee akka dhufe dhugamaan beekaniiran akka ati na ergitellee amananiiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbii naaf kennite isaaniif kennee jira, isaan'llee fudhataniinii jiran, si biraa bayee dhufuu kiyya'llee dhugamaanuu beekanii jiran, akka ati ana ergite'llee amananii jiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jecha ati naaf kennite ani isaaniif kenneera; isaanille fudhataneeran; akka ani si biraa dhufe dhugumaan beekaneeran; akka ati na ergitelle dhugeeffataneeran.