John 18:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba loltooti worra Roomma'aa worra isaan ajajuu fi Yihudoota Galma Waaqaa eeganu woliin Yesuus qabanee, hidhanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani askartiifi namicha gudda worraatiifi hojattuuni Yahudiini ergite Yeso qabde hiite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii waraanaa, namicha guddaa warraanaatii fi hojjattootii Yihudiin ergite Yesus qabdee hiite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa loltoonninii fi ajajaan kumaa, hojjattoonni Yihuudotaallee Yesuusiin qabanii hidhan. Dura gara Haanna'aa fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa loltoonninii fi ajajaan kumaa hojjattoonni Yihuudotaallee Yesuusiin qabanii hidhan. Dura gara Haanna'aa fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti lolttootaa fi ajajaan isaanii, itti gaafatamoonni woriddiyyaa Yihudotaa'llee, Yesusiin qabanii ni hidhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba loltooti worra Rooma'aa worra isaan ajajuu fi Yihudoota Galma Waaqaa eeganu woliin Yesuus qabanee, hidhanee,