John 18:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
matooma gara Haannaas isa geessane. Haannaas abbaa-soddaa Qayyaaffa'aa ti; Qayyaaffaan bara san Hayyicha Guddaa te'eeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qara gara Anasi geesani. Inni abba niiti Kayafa, ka ganna suni qaallicha gudda tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaraa gara Haannaas isa geessan; innii abbaa niitii Qayyaafaa, ka ganna sun qaallicha guddaa ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haannaan soddaa Qayyaaffa'aati, Qayyaaffaan ammo bara san bulchaa gadootaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haannaan soddaa Qayyaaffa'aati, Qayyaaffaan ammoo bara san bulchaa gadootaati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jalqaba gara Haanna'aa ni fudhataniin, Haannaan'llee woggaa san keessa itti gaafatamaa qeesotaa ture Qayyaafa'aaf, soddaa isaa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
matooma gara Haannaas isa geessane. Haannaas abbaa-soddaa Qayyaaffa'aa ti; Qayyaaffaan bara san Hayyicha Guddaa te'eeraayyu.