John 18:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qayyaaffaan kunille, nami tokko kolbaa maraaf yoo du'e woyya jedhee Yihudoota baallii qabanu ka gorse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kayafani sunini kauma, Nami toko biyyaafi duu male jed'e Yahuditi hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qayyaafaan sunin ka, “Namii tokko biyyaaf du'uu malee” jedhee Yihudiitti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qayyaaffaanillee namni tokko waan bani'iitiif du'uu woyya jedhee ka Yihuudota gorse ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qayyaaffaanillee namni tokko waan bani'iitiif du'uu woyya jedhee kaYihuudota gorse ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qayyaafaan, «Naminni tokko waayee ummataatiif yoo du'ee misha'a» jechu'uun, namoota aangoo qaban ka worra Yihudotaa ka gorsse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qayyaaffaan kunille, nami tokko kolbaa maraaf yoo du'e woyya jedhee Yihudoota baallii qabanu ka gorse.