John 18:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Simoon Pheexroosii fi barataan dhibiin Yesuus hordofane. Barataan dhibiin sun Hayyicha Guddaa biratti beekkamaa waan te'eef, Yesuus woliin gara dalleya mana hayyicha gudda'aa seene.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Simoni Petrofi nami Yeso toko Yeso gula yaani. Qaallichi guddaani namicha suni guddo fuula beekha, tanaafi inni Yeso woliini ch'icha qaallicha gudda gahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Simoon Phexrosii fi namii Yesusii tokko Yesus gula yaa'ani. Qaallichii guddaan namicha sun guddoo fuula beekaa, tanaaf innii Yesus waliin cichaa qaallicha guddaatiin ba'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Simoon Pheexroosii fi darasaan biraallee Yesuusiin faana deeman. Darasaan sun bulchaa gadootaa biratti beekkama'a. Yesuusiin woliin gara dallawa bulchaa gadootaa seene.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Simoon Pheexroosii fi darasaan biraallee Yesuusiin faana deeman. Darasaan sun bulchaa gadootaa biratti beekkama'a. Gara dallawa bulchaa gadootaa Yesuusiin woliin seene.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Simoon Phexirosii fi barataan bira'aa Yesusiin ni horddofaniin, barataan bira'aa sun'llee itti gaafatamaa qeesotaa biratti nama beekkame ture, kanaaf Yesusiin woliin gara moonaa itti gaafatamaa qeesotaa ni aseene,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Simoon Pheexroosii fi barataan dhibiin Yesuus hordofane. Barataan dhibiin sun Hayyicha Guddaa biratti beekkamaa waan te'eef, Yesuus woliin gara dalleya mana hayyicha gudda'aa seene.