John 18:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo karra duratti hafe. Barataan dhibiin, Hayyicha Guddaa biratti beekkame sun gad bayee, durrittii karra eeddutti himee, Pheexroos ol seensise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Petroni karra dura ala eje. Namichi kaani ka qaallichi guddaani fuula beekhu gabahe, intala karra eeddu tokooni dubbate Petro olseensise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo karra dura ala ejje. Namichii qaallichii guddaan fuula beeku kaan gaba'ee, intala karra eeddu tokkoon dubbatee, Phexros olseensise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo diida balbala dhaabateera. Eeganaa bulchaa gadootaa biratti beekkamaa ture. Darasaan biraallee bayee ta balbala eeddutti himee Pheexroosiin seensise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos ammoo diida balbala dhaabateera. Eeganaa bulchaa gadootaa biratti beekkamaa ture. Darasaan biraallee bayee, ta balbala eeddutti himee, Pheexroosiin seensise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu gara alaatiin balbala biraan dhaabatee jira ture, barataan itti gaafatamaa Qeesotaa biratti beekkame sun'llee dhufeeti, shamaree balbala eegiddutti himee, Phexirosiin ni aseensise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo karra duratti hafe. Barataan dhibiin, Hayyicha Guddaa biratti beekkame sun gad bayee, durrittii karra eeddutti himee, Pheexroos ol seensise.