John 18:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyichi guddaan marroo barattoota isaatii fi marroo barsiisa isaa Yesuus gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaallichi guddaani waan Yesoni jed'e, waan jara keetifi ka barsiisa teeti nati himi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan qaallichii guddaan Yesusiin, “Waan jara keetiitii fi ka barsiisa teetii natti himi” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan gadootaa Yesuusiin waan darasootaatii fi waan barumsaa gaafateen. Yesuusillee deebisee, «Ani namoota afo'otti addaataa Adunya'atti dubbadheera. Mana sagada Yihuudonni maruu itti wol gayanitti, Mana Woyyuu keessatti,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchaan gadootaa Yesuusiin waan darasootaatii fi waan barumsaa gaafateen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti itti gaafatamaa qeesotaa Yesusiin, waayee barattoota isaatii fi waayee barsiisa isaa'llee ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi guddaan marroo barattoota isaatii fi marroo barsiisa isaa Yesuus gaafate.