John 18:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusii fi barattooti isaa yennaa hedduu achitti waan wol dhagganuuf, Yihudaan dabarsee isa kenne addee san hin beekaayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudani, ka isa gurguruleeni fulla suni imbeekha, waan Yesoni maro heddu jara ufi woliini fulla suni d'aqeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan Yesus marroo hedduu jara ufii waliin fulaa sun dhaqeef, Yihudaan ka isa gurguruulleen fulaa sun inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusii fi darasoonnillee hennaa hedduu achitti waan wol gayaniif Yihuudaan dabarsee isa kennellee hulee san hin beeka.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusii fi darasoonnillee hennaa hedduu achitti waan wol gayaniif ka dabarsee isa kenne Yihuudaanillee hulee san hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusii fi barattoonni isaa'llee yeroo mara bakka sanitti wol ni gayan waan turaniif, Yihudaan isa dabarssee kenne'llee bakka san ni beeka ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusii fi barattooti isaa yennaa hedduu achitti waan wol dhagganuuf, Yihudaan dabarsee isa kenne addee san hin beekaayyu.