John 18:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati maaf na gaafatta ree? Kolbaa na dhageette gaafadhu. Isaan waan ani jedhe hin beekan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maafi na gaafatta? Nama waan anini namaani jed'e d'agaye gaafad'u; worri waan ani jed'e imbeekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maaf na gaafatta? Nama waan anin namaan jedhe dhagaye gaafadhu; warrii waan ani jedhe inbeekaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan maali'ii na gaafattan? Worra waan ani itti hime dhagayan gaafadhu. Kunoo kunniin waan ani dubbadhe hin beekanii» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan maali'ii na gaafattan? Worra waan ani itti hime dhagayan gaafadhu. Kunoo kunniin waan ani dubbadhe hin beekan jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
egaa, waayee maali'iitiif ana gaafatta ree? Worra yoo ani isaanitti dubbadhu dhageeffatan gaafadhu, waan dubbadhe isaan ni beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati maaf na gaafatta ree? Kolbaa na dhageette gaafadhu. Isaan waan ani jedhe hin beekan» jedheen.