John 18:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Haannaas, akkuma inni hidhamee jiruun, gara Qayyaaffaa hayyicha gudda'aa isa erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Anasini Yeso ka hid'aansa qabu Kayafa qaallicha guddati erge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Haannaas Yesus, ka hidhaansa qabu, Qayyaafaa qaallicha guddaatti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Haannaan akkuma Yesuus hidhameen gara Qayyaaffaa bulchaa gadootaa ergeen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Haannaan Yesuusiin akkuma hidhameen gara bulchaa gadootaa gara Qayyaaffa'aa ergeen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Haannaan, Yesusiin akkuma hidhameen, gara itti gaafatamaa qeesotaa gara Qayyaafa'aa ni ergeen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Haannaas, akkuma inni hidhamee jiruun, gara Qayyaaffaa hayyicha gudda'aa isa erge.