John 18:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Philaaxoos gara isaanii gad bayee, “Wonni isin namicha kana ittiin himattanu maan?” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni worrati gabahe waan jed'eeni, Nama kana maani isa himattani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Philaaxos warratti gaba'ee, “Wantii isan namicha kana himattan maali?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Philaaxoos gara diidaa gara isaanii bayee «nama kana waan maali'iitiif himattan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Philaaxoos gara diidaa gara isaanii bayee, nama kana waan maali'iitiif himattan isaaniin jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Philaaxos gara isaanii gad bayeeti, «Nama kana irratti himannaan isin dhiyeessitan maal'i?» jechu'uun, isaan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Philaaxoos gara isaanii gad bayee, «Wonni isin namicha kana ittiin himattanu maan?» jedheen.