John 18:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yihudaan loltoota worra Rooma'aa, eeddoota Galma Waaqaa ka mootota hayyootaatiin ergamanee fi Fariisaayota guuratee gara addee oorru'uu san dhaqe; isaan meya woraanaa hidhatanee faanosi'ii fi xassaa qabataneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Yudani askartiifi hojattu Mana Waaqa ta qaalole gugurdofi Farisayooni ergite, ta ifse heddufi miha lolatiini yaatu, guure gara oobru suni d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Yihudaan warra waraanaa ka eedduu Mana Waaqaa ka qaallolee gugurdoo fi Fariisotii ergite, ka ibsee hedduu fi mi'a lolaatiin yaa'u, guuree gara oobruu sun dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Yihuudaan loltoota, bulchoota gadootaatii fi Fariisonnillee ergamtoota simatanii ibsoo shawa'aa, uffata lolaa, wonte'ee fi eboo qabatee garas isa faana dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Yihuudaan loltoota bulchoota gadootaaf, Fariisonnillee ergamtoota simatanii, ibsoo shawa'aa, uffata lolaa, wonte'ee fi eboo qabatee garas isa faana dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yihudaan miseensa lolttootaa tokko, akkuma kana itti gaafatamoota qeesotaatii fi Fariisota biraa worra ergaman, itti gaafatamoota wordiyyootaa qabatee gara bakka sanii ni dhufe, isaan'llee faanosaa fi xomborraa, meeshaa woraanaa'llee, qabatanii jiran ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yihudaan loltoota worra Rooma'aa, eeddota Galma Waaqaa ka sooreyyii hayyootaatiin ergamanee fi Fariisaayota guuratee gara addee oorru'uu san dhaqe; isaan meya woraanaa hidhatanee faanosi'ii fi xassaa qabataneeran.