John 18:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Adoo inni yakkaa tokko hin hujin nuuti gara keeti isa hin finnuuyyu” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isaani jed'ani, Yo sila namichi kunini nama hama intahiini sitiini ind'umnu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaan ammoo deebisanii, “Yo silaa namichii kunin nama hamaa hinta'in sitiin hindhumnu” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deebisanii, «Kun uduu ka hamaa hin hojjanne ta'ee, silaa sitti dabarsinee hin kenninu» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee deebisanii, «Kun uduu ka hamaa hin hojjanne ta'ee, silaa sitti dabarsinee hin kenninu» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Naminni kun hamaa raawwataa ta'uu uduu dhabaatee, si'iif dabarssinee hin kenninuun ture» jechu'uun, ni deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Adoo inni yakkaa tokko hin hujin nuuti gara keeti isa hin finnuuyyu» jedhaneen.