John 18:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos isaaniin, “Isinunti isa fuudha'aatii, akka seera keessaniititti itti mura'a” jedhe. Isaan, “Nuuti nama tokkolle ijjeesu'uuf seerri nuuf hin kennu” jedhanee deebisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni waan jed'e, Isanumaani fuud'a, aada teesani gula qora. Yahudiini waan jetteeni, Aki nu nama ijeemnu fullaaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos ammoo, “Isanumaan fuudhaa, akka aadaa teessaniitiin itti muraa” isaniin jedhe. Warrii Yihudii ammoo, “Akkii nama ijjeemnu nuu aadaaniti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoos, «Isin deema'aatii akka seera keessaniititti itti murteessaa'a» isaaniin jedhe. Yihuudonni, «Nu eennuunillee akka ajjeefnuuf seerri nuu hin kennu» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoos, «Isin deema'aatii akka seera keessaniititti itti murteessaa'a» isaaniin jedhe. «Nu eennuunillee akka ajjeefnuuf seerri nuu hin kennu» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Philaaxos'llee, «Isinummaan mataan keessan fudhadhaatii, akkaataa seera keessaniin itti murtteessaanii!» isaaniin jedhe. Yihudonni'llee, «Nu nama ajjeesu'uuf, nuuf hin eeyyamaminne» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos isaaniin, «Isinunti isa fuudha'aatii, akka seera keessaniititti itti mura'a» jedhe. Isaan, «Nuuti nama tokkolle ijjeesu'uuf seerri nuuf hin kennu» jedhanee deebisane.