John 18:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus waan itti dhufaaru beekee, gara duraa itti deemee, “Eennu barbaaddan?” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan isati d'ufa ch'ufa beennaani, worrati d'ufe waan jed'eeni, Eennu barbaaddani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus waan isaatti dhufuu jiraa cufaa beennaan, warratti deemee, “Eennu barbaaddan?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee waan itti dhufuuf ta'u maraa beekee bayee, «Eennuun soqa'aartan?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee waan itti dhufuuf ta'u maraa beekee bayee, «Eennuun soqa'aartan?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee waan isa irra gayu'uuf jiru maraa beekee gara isaanii gadi bayee, «Eennuun barbaadan?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus waan itti dhufaaru beekee, gara duraa itti deemee, «Eennu barbaaddan?» isaaniin jedhe.