John 18:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jennaan isaan, “Waawwo'o, isaa moti! Barabbaa nuu hiiki!” jedhane itti hogisane; Barabbaan nama nama saamaa ture.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ammalle gohe waan jed'e, Isaaniti, ammo Baraba nu hiikhi. (Barabani suni shifta.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammallee goohee, “Isaanitii Barabbaa nuu hiiki!” jedhe. (Barabbaaan sun saamtuu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Martinuu deebisanii, «Baarbaaniin malee kanaa miti» jedha'aa iyyan. Baarbaan ammo saamtuu ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Martinuu deebisanii, «Baarbaaniin malee, kanaa miti» jedha'aa iyyan. Baarbaan ammoo saamtuu ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu, «Barabbaaniin nuuf hiiki malee kanaa miti!» jedha'aa, ni iyyan. Barbbaan garuu shifttaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jennaan isaan, «Waawwo'o, isaa moti! Barabbaa nuu hiiki!» jedhane itti hogisane; Barabbaan nama nama saamaa ture.