John 18:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Yesuusii biyya Naaziretii ti” jedhane. Inni, “Aninuu isa” isaaniin jedhe. Yihudaan isa dabarsee kennelle isaan woliin achi dhaabbateeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Yeso Nazareti barbaanna. Yesoni, Ana jed'e. Yudaleeni ka isa gurguru worra woliini jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii deebisee, “Yesus Naazireetii barabaanna” jennaan Yesus, “Anuu isa” jedhe. Yihudaalleen ka isa gurguru warra waliin jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yesuusii Naazireeti'iiti» jedhanii deebisaniif. Yesuus, «Aninuu isa» isaaniin jedhe. Yihuudaan dabarsee isa kennellee isaanuma woliin dhaabateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Yesuusii Naazireetii ti» jedhanii deebisaniif. Yesuus, «Aninuu isa» isaaniin jedhe. Yihuudaan dabarsee isa kennellee isaanuma woliin dhaabateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Yesusii Naazireetiiti barbaanna» jedhaniin. Inni'llee «Ana!» isaaniin jedhe. Yihudaan dabarssee isa kenne'llee isaan woliin dhaabatee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Yesuusii biyya Naaziretii ti» jedhane. Inni, «Aninuu isa» isaaniin jedhe. Yihudaan isa dabarsee kennelle isaan woliin achi dhaabbateeraayyu.