John 18:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle Yesuus, “Eennu barbaaddan?” jedhee isaan gaafate. Isaan, “Yesuusii Naaziretii ti” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni ammalle waan worraani jed'e, Isani eennu barbaaddani? Worri waan jed'e, Yeso Nazareti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammallee, “Isan eennu barbaaddan?” jedhee warra gaafatee jennaan, “Yesus Naazireetii” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ammallee, «Eennuun barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Yesuusii Naazireeti'iiti» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ammallee, «Eennuun barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaannillee, «Yesuusii Naazireeti'iiti» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Eennuun barbaadan?» jechu'uun irra deebi'ee isaan ni gaafate. Isaan'llee, «Yesusii Naazireetiiti barbaanna» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Yesuus, «Eennu barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaan, «Yesuusii Naaziretii ti» jedhane.

Recommended Reading