John 18:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “ ‘Aninuu isa’ jedhee isinitti himeera. Isin, ana yoo barbaadiisatti jiraattane, worra kana lakkisa'a deemanuu ti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Anini layu, Ana jed'e. Yo na barbaaddani, worri kuni ha yauti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee, “Anin laayyuu, ‘Anuu isa’ jedhee isanitti himee, yo na barbaaddan, warrii kun ha yaa'uuti!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee «ana isaaniin jedhe; Eeganaa Ana yoo soqa'aa jiraattan, kunniin haa deemanii dhiisa'aanii» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee ana isaaniin jedhe. Eeganaa Ana yoo soqa'aa jiraattan, kunniin haa deemanii dhiisa'aanii jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Ana isiniin jedhee jira, eegaa ka barbaadan ana eega ta'e isaan kanniin dhiisa'aanii haa deemanii» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, « ‹Aninuu isa› jedhee isinitti himeera. Isin, na yoo barbaadiisatti jiraattane, worra kana lakkisa'a deemanuu ti» jedhe.