John 18:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubbiin inni tanaan dura, “Abba'a, worra ati anaaf kennite keessaa tokkolle hin ganne” jedhe akka muummottuuf tana dubbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni akana jed'eefi aka dubbini inni duri jed'e, ta Aabbo, jara atini naa kennite keesaa tokole imballeesine jettu guutamtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii innii akkana jedheef akka dubbiin innii durii jedhe, ta “Aabboo, jara atin naa kennite keessaa tokkollee hinballeessine” jettu guutamtuuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun, «Ka naa kennite kanniin keessaa tokkochallee hin balleessine» dubbiin jedhu akka raawwatamuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee, « Ka naa kennite kanniin keessaa tokkichallee hin balleessine» dubbiin jedhu akka raawwatamuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'e «Yaa Abbaa, namoota naaf kennite keessaa tokkochuma'llee hin balleessine» dubbiin jedhee ture, akka raawwatamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin inni tanaan dura, «Abba'a, worra ati naaf kennite keessaa tokkolle hin ganne» jedhe akka muummottuuf tana dubbate.