John 19:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos, “Ati anatti hin hintuu? Akka ani si hiikiisaa fi si fannisiisaafille baallii qabu hin beettuu?” isaan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Pilatoni waan isaani jed'e, Na jalaa indubbattu atini aka anini jabeenna siini gad'iisufi ka siini hid'u qabu imbeetu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Philaaxos isaan, “Na jalaa hindubbattuu? Atin akka anin jabeenna siin gadhiisuu fi ka siin fannisuullee qabu hinbeetuu?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoos, «Natti hin himtuu? si fannisu'uuf si hiiku'uufillee akka baallii qabu hin beettuu?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoos, «Natti hin himtuu? si fannisu'uufillee si hiiku'uufillee baallii akka qabu hin beettuu?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Philaaxos, «Natti hin himttu ree? Ani si hiiku'uu fi yookiin si fannisu'uuf aangoo akka qabu, hin beekitu moo?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos, «Ati natti hin hintuu? Akka ani si hiikiisaa fi si fannisiisaafille baallii qabu hin beettuu?» isaan jedhe.