John 19:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaan sun ka Jila Irra Dabaramaatiif qophaawanu, gara sa'aatii jaa ti. Philaaxoos kolba'aan, “Kunoo, mootiin keessan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani suni guyya waan jila Pasaka kureesani, ammalle lafti guyya gudda. Pilatoni waan Yahudiini jed'e, Hayyu keesani ilaala!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan sun guyyaa waan Jila Dabarsaa kurfeessan, ammallee laftii guyyaa guddaa. Philaaxos Yihudiin, “Hayyuu keessan laalaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaanillee guyyaa faasika'aaf qophaayan ture; gara sa'aatii jahaatitti Philaaxoos Yihuudotaan, «Mootiin keessan kunooti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaanillee guyyaa faasika'aaf qophaayan ture, gara sa'aatii jahaatitti Yihuudonnillee, «Kunooti mootiin keessan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ayyaana Faasiika'aatiif guyyaa qophaayinssaa ture, yeroon'llee gara saa'aatii jahaa ture, yeroo sanitti Philaaxos Yihudotaan, «Kunoo nugufnni keessan!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan sun ka Jila Irra Dabaramaatiif qophowanu, gara saatii jaa ti. Philaaxoos kolba'aan, «Kunoo, mootiin keessan» jedhe.