John 19:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Philaaxoos akka Yesuus fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne. Isaanille Yesuus fuudhanee deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Pilatoni harka worraati kenne aka olfannisani. Jennaani worri Yeso iraa fuud'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Philaaxos akka olfannisan Yesus harka warraatti kenne. Jennaan warrii Yesus irraa fuudhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf hennaa san akka fannifamu dabarsee isaanitti kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf hennaa san akka fannifamu dabarsee isaanitti kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Yesus akka fannifamuuf Philaaxos dabarssee isaaniif ni kenne, isaan'llee Yesusiin qabanii ni fudhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Philaaxoos akka Yesuus fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne. Isaanille Yesuus fuudhanee deemane.