John 19:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan achitti isa fannisane; namoota dhibiille lamaan, maddii maddi'itti, Yesuus wodhakkaa isaaniititti fannisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti Yeso fannisani; isa woliini nama lama d'ibi, mirgafi bita isaa ka inni jiddu jiru fannisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Achitti isa fannisan; isa waliin nama lama dhibii, mirgaa fi bitaa isaa ka innii jiddu jiru fannisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti isa fannisan; isa woliin kaawwan bita'aa fi mirgaan; Yesuusiin ammo wodhakka'atti fannisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achitti fannisaniin isa woliin kaawwan bita'aa fi mirgaan Yesuusiin ammoo wodhakati fannisaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achitti ni fannisaniin, Yesusiin jidduu oolichanii isaan woliin kaanniin namoota lamaa, bita'aa fi mirga isaatiin isaan ni fannisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan achitti isa fannisane; namoota dhibiille lamaan, maddii maddi'itti, Yesuus wodhakkaa isaaniititti fannisane.