John 19:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Moototi hayyootaa Philaaxoosiin, “Namichi kun, ‘Ani mootii Yihudootaa ti’ jedheera jedhi malee, ‘Mootii Yihudootaa’ jettee hin barreessin” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni Yahudi gugurdooni waan Pilatoni jette, Hayyu Yahudi int'aafiini, ammo nami kunini, Anini hayyu Yahudi ufiini jed'e t'aafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan qaalloleen Yihudii gugurdoon philaaxosiin, “Hayyuu Yihudii jettee hinbarreessinii, namii kunin, ‘Anin hayyuu Yihuudii ufiin jedhe’ jedhii barreessi” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf bulchoonni gadoota Yihuudi'ii Philaaxoosiin, «Akka inni, ‹ani mootii Yihuudotaati› jedhe ati, «Mootii Yihuudotaati jettee hin barreessin» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf bulchoonni gadootaa Yihuudii Philaaxoosiin, ‹Akka inni, ani mootii Yihuudotaati› jedhe, ati, «Mootii Yihuudotaati jettee hin barreessin» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamoonni qeesotaa worra Yihudotaa Philaaxosiin, «Ati nugusa worra Yihudotaa jettee hin barreesin, garuu, ‹naminni kun ani nugusa worra Yihudotaati› jedhee jira, jedhiitii barreesi» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyiin hayyootaa Philaaxoosiin, «Namichi kun, ‹Ani mootii Yihudootaa ti› jedheera jedhi malee, ‹Mootii Yihudootaa› jettee hin barreessin» jedhane.