John 19:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos deebisee, “Ani waan barreesse barreesseera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni waan jed'eeni, Waan t'aafe yayu t'aafe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos ammoo deebisee, “Waan barreesse yaayyuu barreesse” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoosillee, «Waan barreessu barreesseera» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoosillee, «Waan barreessu barreesseera» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Philaaxos garuu, «Waan barreessu barreessee jira!» jechu'uun, ni deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos deebisee, «Ani waan barreesse barreesseera» jedhe.