John 19:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fannoo Yesuusii cinaa, haati isaa, obbooleettiin haadha isaa, Maariyaamiin niitiin Qilopha'aatii fi Maariyaamiin Magdalaa dhaabbataneeraniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aatu maskali, haad'a Yesotiifi arera isatiifi Mariamu niiti Kleopatiifi Mariamu Magdaleneeti ejaanje.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fannoo Yesus dhaattuu, haadha isaatii, areeraa isaatii, Maariyaam niitii Qilophaatii fi Maariyaam Maqdalaatti ejaajje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo fannoo Yesuusii biratti haadha isaa, obboleettii isaa, haadha manaa Qalayoophe'ee, Maariyaamii Maqidala'aatii fi Maariyaamillee achi dhaabatanii turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo fannoo Yesuusii biratti, haadha isaa, obboleettii isaa, haadha, haadha manaa Qalayoophe'ee, Maariyaamii Maqidaala'aatii fi Maariyaamillee achi dhaabatanii turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fannoo Yesusii biratti'llee haadhaa fi obboleettii haadhaa, haadha worraa Qilopha'aa Maariyaamii fi Magdalaawittii Maariyaam'llee dhaabatanii jiran turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fannoo Yesuusii cinaa, haati isaa, obboleettiin haadha isaa, Maariyaamiin niitiin Qilopha'aatii fi Maariyaamiin Magdalaa dhaabbataneeraniiyyu.