John 19:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barattichaan, “Isiin haadha teeti” jedheen. Yennaa sanii jalqabee barattichi mana isaa akka leetuuf gara mana ifii isii fudhate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan namicha kaaniini jed'e, Haad'a te ilaali. Haga gaafasiti nami suni mana ufiti isi galche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii namicha kaaniin, “Haadha tantee laali!” jedhe; yoosii jalqabee namii sun mana ufiiti isii galche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asiin maayii darasichaan, «Haati tee kunooti» jedheen. Achiin maayessa sa'aatii san irraa jalqabee darasichi gara mana ufii galeen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Asiin maayii darasichaan, «Haati tee kunooti» jedheen. Achiin maayessa sa'aatii san irraa jalqabee darasichi gara mana ufii galeen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti barataa isaatiin, «Kuunnoti haat kee!» ni jedheen, yeroo sanii jala qabee barataan gara mana isaa ni fudhateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barattichaan, «Isiin haadha teeti» jedheen. Yennaa sanii jalqabee barattichi mana isaa akka leetuuf gara mana ifii isii fudhate.