John 19:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre loltooti dhaqanee miila worra Yesuus woliin fannifameeruu, dursanee miila namicha matoomaa, achiin duuba miila namicha kaaniille cassane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba askartiini d'at'e, miila nama qara kaani ch'absite, ka lameeso ka isa woliini fannisanile.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii waraanaa dhaqee, miila namicha qaraa kaaniifi ka namicha lammeessoo ka isa waliin fannisanillee cacabsee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonnillee dhufanii luka namicha Yesuusiin afo'otti isa woliin fanniffamee cabsan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Loltoonnillee dhufanii, luka namicha Yesuusiin afo'otti isa woliin fanniffamee kaanillee cabsan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf lolttoonni dhaqanii, gudeeda namoota Yesusiin woliin fannifaman ni cabisan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre loltooti dhaqanee miila worra Yesuus woliin fannifameeruu, dursanee miila namicha matoomaa, achiin duuba miila namicha kaaniille cassane.