John 19:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa gara Yesuusii dhufane ammoo, inni duraanu akka du'eeru dhagganee, miila isaa hin cassine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fulla Yeso geennaani isa ch'iche argani, miila isa inch'absine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammoo fulaa Yesusii geennaan isa ciche arganii, miila isa hincabsine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara Yesuusii dhufan inni sirima akka du'e arganii luka isaa ammo hin cabsine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara Yesuusii hennaa dhufan ammoo inni sirima akka du'e arganiiti luka isaa hin cabsine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara Yesus yoo dhaqan garuu, inni durssee akka du'e arganii, gudeeda isaa hin cabsine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa gara Yesuusii dhufane ammoo, inni duraanuu akka du'eeru dhagganee, miila isaa hin cassine.