John 19:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kana ka dhagge, akka isin dhugeeffattanuuf dhugaa bayeera; dhugaan inni bayelle dhuga'a; wonni inni dubbatulle dhugaa akka teete hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan kana arge la d'ugeese, dubbini isaa d'uga. Aka d'uga dubbatule inni imbeekha, aka isanileeni d'ugefattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii waan kana arge la dhugeesse, wantii innii dhugeesseelleen dhugaa, akka isaniilleen dhugeeffattan dhugaa dubbatuullee innii inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka kana argellee akka isin amantaniif rage; ragaanillee dhuga'a, isinillee ammo akka amantan inni akka dhugaa dubbatu hin beeka.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka argellee rageera ragaanillee dhuga'a, isinillee ammoo akka amantan inni akka dhugaa dubbatu hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana ka arge, isin akka amanttaniif raagaa ni baye, ragummaan isaa'llee dhuga'a, wonitti dubbatu'llee dhugaa akka ta'e, inni ni beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana ka dhagge, akka isin dhugeeffattanuuf dhugaa bayeera; dhugaan inni bayelle dhuga'a; wonni inni dubbatulle dhugaa akka teete hin beeka.