John 19:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi dhibiin, “Isaan kama woraanane san hin dhaggan” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle t'aafiini d'ibiini waan jettu, Biyyiti namicha woraanani daawatti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee barreessiin dhibiin, “Biyyitii namicha waraanaan daawwatti” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma kitaabni biraallee, «Worri woraane hin arga» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma kitaabni biraallee, «Worri woraane hin arga» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana kutaa Kitaaba ka kitaaba Qulqullu'uu titti, «Worri san woraanan ni arganiin» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi dhibiin, «Isaan kama woraanane san hin dhaggan» jedha.