John 19:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos ammalle gad bayee gumi'iin, “Waan isa himachiisu tokkolle akka ani hin dhaggin akka ilaaltanu, kunoo, gara keessan gad isa hin baasa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni dubbi tana d'ageennaani Yeso alati gadi baase fulla ch'icha d'akhaa jed'ani ta afaani Ebraniatiini Gabbatha jed'ani barch'uma qorsuma ira tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos ammallee alaatti gadba'ee, “Laalaa! ani akka isan akka ani dabaa homaatuu isa irratti hinargine beetaniif, isa alaatti isanii baasuu jiraa” warraan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoos ammo gara diidaa bayee, «Kunoo yakka tokkollee akka isa irratti hin argine akka beettan isa ammo gara diidaa isinii baasa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoosillee ammoo gara diidaa bayee, «Kunoo dhara tokkollee akka isa irratti hin argine akka beettan isa ammoo gara diidaa isinii baasa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Philaaxos deebi'ee gara alaa titti bayee, «Kunoo, balleessaa woyiituu isa irratti akka hin argatin akka beekittaniif, isa gara alaa titti isinii baase» isaaniin jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos ammalle gad bayee gumi'iin, «Waan isa himachiisu tokkolle akka ani hin dhaggin akka ilaaltanu, kunoo, gara keessan gad isa hin baasa» jedhe.