John 19:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yesuus kallacha qore'ee keyatee, woyaa dhiilleelle uffatee gad baye. Philaaxoos, “Kunoo! Namichi!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni, ka woya diimtufi sure qoraati qabu, alati gadi bahe. Pilatoni waan worraani jed'e, Nama kana ilaala!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, ka wayaa diimtuufi surree qoraattii qabu, alaatti gad ba'ee, Philaaxos, “Namichii kanaa laalaa!” warraan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee Korbobboo qore'ee mata'atti godhatee uffata diimaa uffatee gara diidaa baye; Philaaxoosillee, «Namichi kunooti!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee Korbooboo qoree matatti godhatee uffata diimaa uffatee gara diidaa baye, Philaaxoosillee, «Namichi! Kunooti!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yesus gonfata qore'ee mataa isaa irratti godhatee, uffata diimaa'llee uffatee gara alaa titti ni baye, Philaaxos'llee, «Kunoot namichi!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yesuus kallacha qore'ee keyatee, woyaa dhiilleelle uffatee gad baye. Philaaxoos, «Kunoo! Namichi!» isaaniin jedhe.