John 19:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos yennaa tana dhage'e, ittuma caalchisee sodaate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni dubbi suni d'ageennaani haga qarale ira sodaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos dubbii sun dhageennaan haga qaraallee irra sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Philaaxoos haga waan kana dhagaye guddisee sodaate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Philaaxoos waan kana haga dhagaye guddisee sodaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan kana mara yeroo dhagayetti Philaaxos caala'atti ni sodaate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos yennaa tana dhage'e, ittuma caalchisee sodaate.