John 19:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos gara galma ifii deebi'ee, “Ati eessaa dhutte?” jedhee Yesuus gaafate. Yesuus ammoo waan tokkolle hin deebinne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana Praitorioti deebie waan Yesoni jed'e, Atini eesaa d'ufte? Ammo Yesoni dubbachu dide.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana mootichaa deebi'ee Yesusiin, “Atin eessaa dhufte?” jedhe. Yesus ammoo dubbachuu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebi'ee gara moonaa bulcha'aa seenee, «Ati eessaa dhufte?» jedheen. Yesuus ammo waan tokkollee hin deebifneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Deebi'ee gara moonaa bulcha'aa seenee, «Ati eessaa dhufte?» jedheen. Yesuus ammoo waan tokkollee hin deebifneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
gara moonaa isaa titti deebi'eet Yesusiin, «Ati garam irraayyi?» jechu'uun, ni gaafateen. Yesus garuu womaayyuu isaa hin deebifinneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos gara galma ifii deebi'ee, «Ati eessaa dhutte?» jedhee Yesuus gaafate. Yesuus ammoo waan tokkolle hin deebinne.