John 2:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guuyyaa sadeesso'oo qachaa Qaana'aa ka lafa Galiila'aa keessa fuudhaa fi heerumatti jiraayyu. Haati Yesuusiille achi jirtiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya sadeeso dira kana, ka lafa Galilaya keesa, fuud'a jira. Haati Yesoleeni achi d'at'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa sadeessoo dira Qaanaa, ka lafa Galiilaa keessa, fuudhaa jira; haatii Yesus achi dhaxxe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sadeesso'ootitti Galiilaa qachaa Qaana'aatitti cidhatu ture. Haati Yesuusiillee achi turte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa saddaffa'aatitti Galiilaa qachaa Qaana'aatitti cidhatu ture. Haati Yesuusiillee achi turte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa sadaffaa titti, arddii Galiila'aa titti ta argamittu magaalaa Qaanaa jedhamttutti, aciin ni jira ture, haati Yesusii'llee achi ni jirtti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo qachaa Qaana'aa ka lafa Galiila'aa keessa fuudhaa fi heerumatti jiraayyu. Haati Yesuusiille achi jirtiiyyu.