John 2:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami marti dursee daadhii dansaa namaa kennee, keessummooti untee quutteen duuba daadhii calcala namaa kenna. Ati ammoo daadhii dansittii haga ammaa tursite!” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Nami ch'ufti qara daad'i dansa namaa kenna, duuba eegi nami d'uge quufe yoosi ta hagana ingeenne namaa kennani. Ammo atini daad'i ira dansa eege hambifte amma namaa kennita.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii cuftii qaraa daadhii dansaa namaa kenneettii, duuba eegii namii dhugee quufee, ta hagasi hingeennee namaa kenna. Atin ammoo daadhii irra dansaa eegeetti hambiftee amma namaatti kennita” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni maruu duraan dursee daadhii mishaa namaa kenna. Haga machaayaniin maayii ammo booruu namaa kenna; ati ammo haga ammaa daadhii mishaa tursiifte!» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkana jedheen, «Namni maruu duraan dursee daadhii mishaa namaa kenna. Haga machaayaniin maayii ammoo booruu namaa kenna. Ati ammoo daadhii mishaa haga ammaa tursiifte!» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni marrinuu durssee ka dhiyeessu daadhii woyinni'ii mishaa ta'e, afeeramitoonni eega dhuganiin duubatti daadhii laafaa ta'e ni dhiyeessa, ati garuu daadhii woyinni'ii mishaa ta'e haga ammaa ni tursiiftte» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami marti dursee daadhii dansaa namaa kennee, keessummooti untee quutteen duuba daadhii calcala namaa kenna. Ati ammoo daadhii dansittii haga ammaa tursite!» jedheen.