John 2:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus qachaa Qaana'aa ka lafa Galiila'aa keessatti bilbaasa qaraa kana huje; achitti ulfinna ifii mudhisee, barattooti isaalle isatti dhugeeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekhi kuni ka qara Yesoni, dira lafa Galilaya, ka kana jed'ani keesati tolche. Achiti guddinna ufi agarsiise, jari isaa isa d'ugefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akeekii kun ka qaraa Yesus, dira lafa Galiilaa ka Qaanaa jedhan keessatti tolchee, achiitti guddinna ufii garsiisee, jarii isaa isaatti dhugeeffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus maalalee jalqabaa qachaa Qaanaa Galiila'aatitti godhe. Ulfinna ufiillee mudhise; darasoonni isaa isatti amanan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus maalalee jalqabaa qachaa Qaanaa Galiila'aatitti godhe. Ulfinna ufiillee mudhise, darasoonni isaallee isatti amanan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee kana baasa jalqaba baasota maraa ka ta'e kana, arddii Galiila'aa magaalaa Qaana'aa titti ni taasise, bifa kanaan'llee ulfinna isaa ni muldhise, barattoonni isaa'llee isatti ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus qachaa Qaana'aa ka lafa Galiila'aa keessatti bilbaasa qaraa kana huje; achitti ulfinna ifii mudhisee, barattooti isaalle isatti dhugeeffatane.