John 2:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra saphaliisa gurguratu saniin, “Waan kana as keessaa gad baasa'a! Mana Abbaa kiyyaa addee dikko'oo hin godhina'a!” jedhee ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jara sabaliisa gurguruuni jed'e, Waan kana armaa balleesa, Mana Abba kiyya gabaya intolchiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra sabaliisa gurguruun ammoo, “Waan kana armaa balleessaa! Mana Abbaa kiyyaa mana gabaa hintolchinaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra handarii gurgurataniinillee, «Kana asii kaasaa'a; mana Abbaa kiyyaa mana daldalaa hin godhinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra handarii gurgurataniinillee, «Kana asii kaasaa'a; mana Abbaa kiyyaa mana daldalaa hin godhinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota handarii gurguraniin'llee, «Kana maraa garas fudhadhaa! Mana Abbaa kiyyaa mana daldalaa hin taasisina'aanii!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra saphaliisa gurguratu saniin, «Waan kana as keessaa gad baasa'a! Mana Abbaa kiyyaa addee dikko'oo hin godhina'a!» jedhee ajaje.