John 2:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa, “Hinaaffaan mana keetii, akka ibiddaa na guddi” jedhantee ta barreeffante san qaabatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa waan duri kitaaba keesati t'aafani, ta, Maro mana kanketitiifi garaani na gubata jettu qaabate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa waan durii kitaaba keessatti barreessan, ta “Mar. roo mana keetitii fi garaan na gubata” jettu qaabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaallee ka «Hinaaffaan mana keetii akka ibiddaa na guba» jedhamee barreeffame qaabatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaallee, «Hinaaffaan mana keetii, akka ibiddaa na guba» jedhamee ka barreeffame qaabatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti barattoonni isaa, «Hinaaffaan waayee mana keetiitiif qabuu akka ibiddaa titti ana ni gube» jedhamee, akka barreeffame ni yaadatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa, «Hinaaffaan mana keetii, akka ibiddaa na guddi» jedhantee ta barreeffante san qaabatane.