John 2:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti baallii qabanu, “Ati waan kana godhiisaaf baallii akka qaddu nu'utti mudhisiisaaf bilbaasa maan godhuu dandeetta?” jedhanee isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yahudiini waan jetteeni, Akheekha kami nu agarsiifta, ka atini waan kana ch'ufa tolchitu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii Yihudii, “Atin ka waan kana cufaa tolchitu akeeka kami nu garsiifta?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf, «Yihuudonni kana godhu'uuf malkata maali'iin nutti mudhifta?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf, «Yihuudonni kana godhu'uuf malkata maali'iin nutti mudhifta?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti namoonni aangoo qaban ka worra Yihudotaa Yesusiin, «Ati kana raawwachu'uuf aangoo akka qabddu, baasa maal nutti muldhiftta?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti baallii qabanu, «Ati waan kana godhiisaaf baallii akka qaddu nu'utti mudhisiisaaf bilbaasa maan godhuu dandeetta?» jedhanee isa gaafatane.