John 2:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Galma Waaqaa kana diiga'a! Ani guyyaa sad keessatti deebisee hin ijaaraa” jedhee deebise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Isani Mana Waaqa kana ch'absa, duuba anini guyya saditi deebie jaara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee warraan, “Isan Mana Waaqaa kana cabsaa! Duuba anin guyyaa sadiitti deebisee jaaraa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee, «Mana Woyyuu kana diigaa'a! Ani ammo guyyaa sadihitti deebisee ijaaraa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee, «Mana Woyyuu kana diigaa'a! Ani ammoo guyyaa sadihitti deebisee ijaara» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Mana Waaqeffanna'aa kana diiga'aatii ani guyyaa sadihitti deebisee ni ijaaraan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Galma Waaqaa kana diiga'a! Ani guyyaa sad keessatti deebisee hin ijaaraa» jedhee deebise.