John 2:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti baallii qabanu, “Galma kana ijaariisaaf woggaa afurtamii jaa fixeera, ati guyyaa sad keessatti deebittee ijaartaa?” jedhanee isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini waan jette, Ganna afurtami jaa keesa Mana kana jaarani, atini guyya sadi keesati dandeete jaarta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii Yihudii, “Mana kana ganna afurtamii ja'aa keessatti jaaraanii, atin guyyaa sadii keessatti dandeettee jaartaa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Yihuudonni, «Manni Woyyu'uu kun hojjatamu'uuf woggaa afurtamii jahaa fixe; ati ammo guyyaa sadihi keessatti ijaaree fixa jettaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Yihuudonni, «Manni Woyyu'uu kun hojjatamu'uuf woggaa afurtamii jahaa fixe, ati ammoo guyyaa sadi keessatti ijaaree fixa jettaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Mana Waaqeffanna'aa kana ijaaru'uuf woggaa afurtamii jahaa fixee jira, eegaa ati guyyaa sadihii keessatti ni ijaarittaa ree?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti baallii qabanu, «Galma kana ijaariisaaf woggaa afurtamii jaa fixeera, ati guyyaa sad keessatti deebittee ijaartaa?» jedhanee isa gaafatane.