John 2:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Galmi Waaqaa ka Yesuus dubbate sun nafuma Yesuusii ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo mani inni baane nafa isaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Manii innii baanee ammoo nafa isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo waan mana woyyuu qaama ufii dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo waan mana woyyuu qaama ufii dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Mana Waaqeffanna'aa» jedhee ka dubbate, waayee qaama isaa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galmi Waaqaa ka Yesuus dubbate sun nafuma Yesuusii ti.