John 2:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni du'aa ka'een duuba, barattooti isaa akka inni tana dubbate qaabatanee, Barreefama Woyyichaa fi waan Yesuus dubbate dhugeeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi duisa keesaa isa kaamnaani, jari isaa aka inni waan kana jed'e qaabate, t'aafifi dubbi Yesoni jed'e d'ugefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii innii du'a keessaa ka'ee, jarii isaa akka innii waan kana jedhe qaabatee, barreesii fi dubbii Yesus jedheellee dhugeeffate. Akka Yesus nama cufa beeke
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf haga du'aa ka'een maayii darasoonni isaa kana akka dubbate qaabatanii kitaaba Woyyu'uu fi waan Yesuus dubbate amanan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf haga du'aa ka'een maayii, darasoonni isaa kana akka dubbate qaabatanii, kitaaba Woyyu'uu fi waan Yesuus dubbate amanan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yesus du'aa yeroo ka'etti barattoonni isaa kana dubbatee akka ture ni yaadatan, sababa kanaan kitaaba Qulqulluu keessatti ka barreeffamee fi dubbii Yesus dubbatte'llee ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni du'aa ka'een duuba, barattooti isaa akka inni tana dubbate qaabatanee, Barreeffama Woyyichaa fi waan Yesuus dubbate dhugeeffatane.